Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.
Eenyu kan akka ishee mucaa namaa keessaa
Haadha koo maariyaamiif galataan dhiyeessaa
Obdii keessa dhaphee galata keen dubbadhaa
Olmaan ati anaaf oltee akkaminan dagadhaa
Arraabni koo hin dhiisu ammas jajjaachuu kee
Yoom iyyuu hin dhokkaatu haadha koo seenaan kee
Gargaarsi nama hin darbaa kan kee hin darbuu haadha koo
Qabeenyi nama ni dhumaa kan kee hin dhumuu giiftii koo
Qabeenya hundaa caalu ano sinaan qabaa
Haadha koo si arganaan ani maalan dhabaa?
Namni wanta hundaa qabuu yoo hin qabannee?
Ilma kee akka kadhaattu sihin yoo hin gaafannee
Inni homaa hin qabuu harkaa isaa duwwaadha
Har'ummaattif malee booro hiyyeessadha
Maqaa kee yoommun waamu lubbuun koo ni boqottii
Kadhaa maariyaam galgalaa olmaa kee ni dubbaatti
Boqonnaa argadheerra haadha koo kadhaa keen
Maqaa keen jajjaadha yeroo hundaa ol kaasseen.
#SUBSCRIBE #Beresa #Follow Our channel to get more Videos.
Welcome to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload the best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in the best way to sing the song with the video.
Download Galatofi Barumsa Andriod Application from Google Play store
[ Ссылка ]
Download sirna Galatoo Afaan oromoon
[ Ссылка ]
Download Faarsaa Cidhaa form Google play store
[ Ссылка ]
Download faarfannaa afaan Oromoo
[ Ссылка ]
Download Galata gooftaa with sound
[ Ссылка ]
Download Easy ways to learn Afaan oromoo
[ Ссылка ]
Download Kitaaba gadaa afaan oromoo
[ Ссылка ]
Download Kuusaa walaloo yeroofi bakka garagaraatti
[ Ссылка ]
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
&& Join Our Youtube channel MemberShip
&& [ Ссылка ]
&& [ Ссылка ]
&& Visit SBOO
&& [ Ссылка ]
&& [ Ссылка ]
&& [ Ссылка ]
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Ещё видео!