Misooma jallisii qamadii bara 2017 galmaan ga'uuf biiroon misooma jallisiifi Horsiisee bulaa Oromiyaa dhiyeessii paampiiwwanii 22,264 dhiyeessuuf qophii hunda xumureera.Waldaa Aksiyoonaa jabduu mootars waliin ta'uun paampiiwwan jallisii kunneen qulqullinaa fi baayinaan dhiyeesse. Biirichi jiruu fi jireenya qonnaan bultootaa fi horsiise bultootaa jijjiiruuf dhiyeessii paampiiwwan kunneenii birrii biiliyoona1.1 raawwate.bara kanas jallisiin lafa heektara miiliyoona 4 irratti qamadii omishuuf karoorfameera.
Ещё видео!