Jaarmiyaan ABO-WBO Idil-addunyaa | Guyyaa kana Seenaan GGWO wal yaadachiifna. Gabaasni hojii bal’aan erga Jaarmiyaan ABO-WBO Idil-addunyaa biyya alaatti waggaa har’aa labsameen asitti hojjetames ni dhiyaata. Weellistooti guyyaaa kana waliin wal qabatee waan gootota wareegamtoota Oromoo nu yaadachiisu fi Keessummoota dirree irraa ni qabna.
Ещё видео!