Welcome guys!
I do my best to release worship lyrics videos daily and I hope that the videos will serve as a blessing for you, your cell group or your church.
©️If any producer or label has an issue with this song or picture, please get in contact with us and we will delete it immediately. @obsijunior11@gmail.com
#if_you_are_reading_this_i_really_LOVE_you !!!!
TAGS
Lubbuun Koo Bonney Wakjira & Fenan Befkadu LYRICS, Lubbuun Koo LYRICS, Bonney Wakjira LUBBUU KOO LYRICS, Fenan Befkadu LUBBUUKOO LYRICS, Lubbuun Koo Bonney Wakjira & Fenan Befkadu OFFICIAL VIDEO LYRICS,
"Yet a time is coming and has now come when the true worshipers will worship the Father in the Spirit and in truth, for they are the kind of worshipers the Father seeks." - John 4:23
Do share your testimonies or prayer points in the comments section so that we can pray along with you. If you were blessed by the videos, do like and subscribe to the channel so that you can be kept updated with the latest videos! Continue to fight the good fight and run the race well!
God bless you!
JESUS THE TRUTH
Lubbuun Koo
Bonney Wakjira & Fenan Befkadu
WAAN BIRAAF HIN TA’U SICHI KANA BOODA
SICHI AN KANA BOODA
KEESSOO KOOTTI SEENEE OFII NA DHUUNFATEERA
KAN ISAA NA GODHATEERA
NAN DANDEESSISUUMII ISARRAA ADDA BA’EE
WAA’EE JIREENYAA YAADUU
MOOGGAATTI ISA DHIISEE GAMMACHUUF AARA GALFII
IDDO BIRAA HIN BARBAADU
MAQAA ISAA WAAMTEE LUBBUUN KOO
DHEEBUUSHEE BAAATI YESUUS KOO
HAWWII KAN BIRAA HIN QABDU
ISA DHIISTEE BIRAA HIN BARBAADDU
MAQAA ISAA WAAMTEE LUBBUUN KOO
DHEEBUUSHEE BAAATI YESUUS KOO
HAWWII KAN BIRAA HIN QABDU
ISA DHIISTEE BIRAA HIN BARBAADDU
ISATU FEDHE MUCA KOO JEDHEE
JAALALAAN OFIT NA QABE
AKKA HIN DAALLANNE BIFA KOO HIN GANNE
AYYAANAAN TUMSEE NA QABA
NA MARSEE JIRA NAAF TA’EE FIRA
ANI QOAA TA’EE HIN BEEKU
KALEESSA DARBEE HARA’S GA’EEERA
BORIIFIS HOMAA HIN SHAKKU
ISATU FEDHE MUCA KOO JEDHEE
JAALALAAN OFIT NA DHAABA
AKKA HIN DAALLANNE BIFA KOO HIN GANNE
AYYAANAAN TUMSEE NA QABA
NA MARSEE JIRA NAAF TA’EE FIRA
ANI QOAA TA’EE HIN BEEKU
KALEESSA DARBEE HARA’S GA’EEERA
BORIIFIS HOMAA HIN SHAKKU
MAQAA ISAA WAAMTEE LUBBUUN KOO
DHEEBUUSHEE BAAATI YESUUS KOO
HAWWII KAN BIRAA HIN QABDU
ISA DHIISTEE BIRAA HIN BARBAADDU
MAQAA ISAA WAAMTEE LUBBUUN KOO
DHEEBUUSHEE BAAATI YESUUS KOO
HAWWII KAN BIRAA HIN QABDU
ISA DHIISTEE BIRAA HIN BARBAADDU
WAAQAYYOOKOO JAJUU YOON FEDHE
GAARUMMAANSAA DANUUDHA JEDHE
ISATTI HIN BAAYYATU
YOO XIQQAATE MALEE
DANDA’EE HIN IBSU YOON YAALE MALEE
WAAQAYYOOKOO JAJUU YOON FEDHE
GAARUMMAANSAA DANUUDHA JEDHE
ISATTI HIN BAAYYATU
YOO XIQQAATE MALEE
DANDA’EE HIN IBSU YOON YAALE MALEE
IRRA DEDDEEBISEE 50
BARBAACHISUS GODHEE 2000
HAMMA DANDA’U HUNDA HUMNIKOO
ISAAF HIN QUSADHU WEEDDUU KOO
IRRA DEDDEEBISEE 50
BARBAACHISUS GODHEE 2000
HAMMA DANDA’U HUNDA HUMNIKOO
ISAAF HIN QUSADHU WEEDDUU KOO
BEEKUMSI NAAF GALE ISA KANA
WAAQAYYOOF JIRAACHUUN QABBANA
GAARUMMAA ISAA KAN MI’EEFFATE
WAAN BIRAAF HIN TA’UU GONKUMA
BEEKUMSI NAAF GALE ISA KANA
WAAQAYYOOF JIRAACHUUN QABBANA
GAARUMMAA ISAA KAN MI’EEFFATE
WAAN BIRAAF HIN TA’UU GONKUMA
MAQAA ISAA WAAMTEE LUBBUUN KOO
DHEEBUUSHEE BAAATI YESUUS KOO
HAWWII KAN BIRAA HIN QABDU
ISA DHIISTEE BIRAA HIN BARBAADDU
MAQAA ISAA WAAMTEE LUBBUUN KOO
DHEEBUUSHEE BAAATI YESUUS KOO
HAWWII KAN BIRAA HIN QABDU
ISA DHIISTEE BIRAA HIN BARBAADDU
MAQAA ISAA WAAMTEE YESUUS KOO
DHEEBUUSHEE BAAATI LUBBUUN KOO
HAWWII KAN BIRAA HIN QABDU
ISA DHIISTEE BIRAA HIN BARBAADDU
MAQAA ISAA WAAMTEE YESUUS KOO
DHEEBUUSHEE BAAATI LUBBUUN KOO
HAWWII KAN BIRAA HIN QABDU
ISA DHIISTEE BIRAA HIN BARBAADDU
Ещё видео!