#Like #ShantamShubbisaa #Oromomusic #EthiopianMusic #New2021 #MotivationalMusic
Check out:- Shantam Shubbisaa Released Amazing New Oromo Motivational Music Lyrics Video.
#Like #Subscribe godhuun nu jajjabeessaa Oromo tiyya.
#Lyrics(Walaloo)
Finxaan baasa jedhe wanti jalqabu
fadhii tiyya wajjiin wal naaf hin qarqabu
Fanteefadhee jiruu gadta'ee qubachuuf finxaafi Finxi Hiree wal naaf hin dhaqabu
Nama kooti jedhee kaniin ani ofi qabu
wajjiin jiraachuudhaaf haada meeqa Irbu
otumaan kolkoluu natti seena cubbuu
yoon Obsees na cimee fageesse na darbuu
wanniin walitti tulu wal jala bororaa
tarkaafumaan fudha numaan gatantaraa
Maalif yaadni koo gahu dide bakka
taniin jaare hunda ta diigamteen arka
tan jiyde haa jiyduu ammaas niin jaradha
waan rabbiin na qoode Wiliidhan afadha
ta dabartee miti ta dhuftuuf tashadhee
Ofdura saysaaka Rabbii koo qabadhe
tattafata dhiisu carraqa hin hifadhu
haalafi Jireenya Hanga injifadhu
Of duuba debi'uu Rakkoorraa sodaadhe
Haalafi jiruurraa waa heedduun baradhe
Haalli jiruufi akkiniin ani yaadu
akumahallettu wal naaf hin qadaadu
Haalli jiruutifi akkiniin ani yaadu
Akkamahallettu wal naaf qadaadu
Haalli jiruutifi akkiiniin ani yaadu
Dhufuuf taha guyyaa wal naaf qadaadu
Kunoo arra guyyan kan naaf wal qaqaadu
#GaalanaaGaromsa #Walagarra #GalanaGaromsa #MergituWorkineh #Obomboleetti #AndualamGosa #Darbeelalla #Fayyisaafurii #Qondaala #FerhanSulee #Farhaansulee #Baddessaa #OromoDJ #hachaluhundessa #MaalMallisaa #NewAlbum #HaacaaluuHundeessaa #IlmaNamaa #Essajirta #Kulleetoo #Hadhawabii #EthiopianMusic
Our Social media
Youtube:- Http://Youtube.com/c/OromoDJmusic
Tiktok:- [ Ссылка ]
Telegram:- Https://t.me/OromoDJ
![](https://i.ytimg.com/vi/yP1lQKqSkjo/maxresdefault.jpg)